Ispoortii Falmiin Eelkilaasikoo har’a halkan gaggeeffama Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Falmii jabaan Addunyaa Riyaal Maadridii fi Baarseloonaa walitti fidu Eelkilaasikoon har'a halkan sa'aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffama. Ga'umsi…
Oduu biyya keessaa Giddugalichi bara kana Sanyii Qamadii fooyya’aa kuntaala kuma 3 Qonnaan bultootaaf dhiyeessuuf… Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Giddu Galli Qorannoo Qonnaa Qulumsaa bara kana Sanyii Qamadii fooyya'aa kuntaala kuma 3 Qonnaan bultootaaf dhiyeessuuf hojjachaa jiraachuu beeksise.…
Biiznasii Paarkichi Zayita Avookadorraa oomishe yeroo jalqabaaf gabaa alaaf dhiyeesse Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Paarkiin Indaastirii Agroo Giddugaleessaa Diillaa Zayita Avokaadoorraa oomishe yeroo jalqabaaf gabaa Alaaf dhiyeessuu beeksise. Zayita Avookaadoo…
Fayyaa Baatiwwan sadan darban Agoobarri Miiliyoonni 2.2 raabsamuun ibsame Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC)-Baatiwwan sadan darban weerara dhibee Busaa ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 2.2 raabsamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera. Ministeerichi qorichaalee…
Biiznasii Kaappitaala Birrii biiliyoona 2 kan hundaa’e Maanufaakcheriingiin Galiilaa hojii eegale Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) – Kaappitaala Birrii biiliyoona 2 kan hundaa'e Maanufaakcheriingiin Galiilaa Paarkii Indaastirii Boolee Lammii keessatti hojii eegaleera. Abbootiin…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan Magaalaa Hawaasaa injifate Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaa har'a taphataneen Adaamaan galchii 2 fi 0n Magaalaa Hawaasaa injifateera. Tapha har'a galgala…
Ispoortii Leenjisaa Asiraat Hayileen du’aan addunyaa kanarraa boqotan Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Seenaa Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaanaa kan qaban taphataa fi leenjisaan duraanii garee biyyaaleessa Itiyoophiyaa Asiraat…
Oduu biyya keessaa Shakkamaan Taaksii Birrii biiliyoona 25 ol miidhaa qaqqabsiisuun himatame balleessera jedhame Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Shakkamaan Barakat Allellinyi jedhamu taaksii Birrii biiliyoona 25 ol miidhaa qaqqabsiisuun himatame balleessaa raawwateera jedhame. Mana Murtii…
Ispoortii Taphoota Piriimeer Ingilaandi torbee 9ffaan taphni Arsenaal Liivarpuul,Cheelsiin ammoo Niwuukaasiil… Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Leesister Siitiin Nootiingihaam Foresti waliin…
Uncategorized Nageenya naannichaa wareessuuf hojiin hojjetamaa jiru bu’aa fidaa jira jedhame Sifen Megersa Oct 25, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Nageenya wareessuuf hojiin hojjetamaa jiru bu’aa fidaa jiraachuu Koreen Dhaabbii Dhimma Bulchiinsa, Seeraafi Misooma Namaa…