Waltajjiin Gamaaggama raawwii hojii mootummaa fi paartii Magaalaa Finfinnee eegalame
Finfinnee, Hagayya 3, 2016 (FBC)- Waltajjiin gamaggama raawwii hojii mootummaa fi paartii bara baajata 2016 akkasumas marii karoora bara baajata 2017 Magaalaa Finfinnee gaggeeffamuu eegaluu…