Ispoortii Ispeen shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa 17ffaa taate Sifen Megersa Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC) – Tapha xumuraa Waancaa Awurooppaa halkan kana taphatameen Ispeen, Ingilaand injifachuun yeroo 4ffaaf Shaampiyoonaa taate. Ispeen galchii 2 fi 1n…
Idil Addunyaa Doonaald Tiraampi duula na Filadhaa gaggeesaa osoo jiranuu yaaliin ajjeechaa irratti raawwate Sifen Megersa Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Doonaald Tiraampi duula na Filadhaa kutaa Peenisilveniyaatti osoo gaggeesaa jiranuu rasaasni itti dhukaafamuu…
Oduu biyya keessaa Muusaa Faakii Mahammaat Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa daawwatan Sifen Megersa Jul 13, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Dura Taa'aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahammaat Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa daawwataniiru. Mooraa daandii qilleensichaa fi kutaalee…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Gorgoraa eebbifame Sifen Megersa Jul 13, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Naannoo Amaaraatti kan argamu Piroojektiin Gorgoraa har'a eebbifameera. Qaama Piroojektii Maaddiin biyyaaf kan ta'e Piroojektiin Gorgoraa har'a bakka…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti Warshaan Ispoonjii Birrii miiliyoona 800 oliin ijaarame eebbifame Sifen Megersa Jul 13, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) –Naannoo Sidaamaatti Warshaan Ispoonjii Taabor Foom jedhamu Birrii miiliyoona 800 oliin ijaarame eebbifameera. Warshicha kan eebbisiisaan…
Ispoortii Luwiis Naanii fi Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa barbaachisu… Sifen Megersa Jul 13, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) –Taphataan Kubbaa Miilaa duraanii Poorchugaal Luwiis Naanii fi kan Naayijeeriyaa Niwaankiwoo Kaanuun guddina kubbaa miilaa Itiyoophiyaaf deeggarsa…
Biiznasii Maallaqni Doolaarri biliyoonni 6 ol biyyoota Alaarraa gara biyyaa ergamuu ibsame Sifen Megersa Jul 13, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Bara baajataa 2016 keessa Maallaqni Doolaarri biliyoonni 6 ol biyyoota Alaarraa gara biyyaa ergamuu Tajaajilli Diyaaspooraa Itiyoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiiwwan barattoota qormaata kutaa 12ffaa marsaa 2ffaa fudhatan simachaa jiru Sifen Megersa Jul 13, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiiwwan barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaa fudhatan simachaa jiru. Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Fiichetti hojiilee misoomaa daawwate Sifen Megersa Jul 13, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Fiichetti hojiilee misoomaa adda addaa daawwate. Jilichi…
Ispoortii Leenjisaa Gaareez Saawuuzgeet taphattoonni isaanii of eeggannoon akka taphatan akeekkachiisan Sifen Megersa Jul 12, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Ingilaandi Gaareez Saawuuzgeet tapha Waancaa Awurooppaan Ispeen injifachuuf gareen isaanii of eeggannoon akka taphatan…