Adwaan imala badhaadhinaaf galaadhaa – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Birbirsa Goorootti argamutti kabajamaa jira.
Adwaan agarsiiftuu tokkummaa fi…