Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Rajab Xayip Eerdowaan Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) –Pireezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayip Eerdowaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad wayita…
Oduu biyya keessaa Wayita soomanaa dhiifamni, Gaarummaa fi walgagargaaruun cimuu qaba – Abbootii Amantaa Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Wayita soomanaa Gaarummaa, dhiifama waliif gochuu fi walgagargaaruun cimuu qaba jedhan Abbootiin Amantaa. Soomni guddaan (Ayyaana Du’aa Ka’uu…
Oduu biyya keessaa Michummaa bara dheeraa Itiyoophiyaa fi Turkiyyee… Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Hariiroon Dippiloomaasii Itiyoophiyaa fi Turkiyyee bara Faranjootaa 1896 eegale. Turkiyyeen bara 1926 Itiyoophiyaatti Imbaasii ishee yoo bantu,…
Oduu biyya keessaa Bilisummaa fi haqa qabeessummaa filannoo mirkaneessuuf hirmaannaan dargaggootaa murteessadha – Aadde… Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Haqa qabeessummaa, diimokiraasummaa, fudhatummaa fi bilisummaa filannoo guddisuuf hirmaannaan dargaggootaa daran murteessa jedhan Hoggantuun Biiroo…
Oduu biyya keessaa Qophii duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa fi IZEMA… Sifen Megersa Feb 17, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Lammiilee Itiyoophiyaa Haqa Hawaasummaaf filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaaf qophii duula na filadhaa taasifneerra…
Idil Addunyaa Fooramiin Biiznasii Afrikaa 9ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Sifen Megersa Feb 16, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2018 (FMC) – Fooramiin Biiznasii Afrikaa 9ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramichi mata duree ‘Egeree Afrikaa Faayinaansiin tumsuu, hojii…
Idil Addunyaa Fooramiin Biiznasii Afrikaa 9ffaan har’aa eegalee gaggeeffama Sifen Megersa Feb 16, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2018 (FMC) – Fooramiin Biiznasii Afrikaa 9ffaan har’aa eegalee Magaalaa Finfinneetti gaggeeffama. Fooramicha Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiniin Diinagdee…
Oduu biyya keessaa Imaanaa dhaloonni darbe nuuf kenne bu’uura cimaan ijaaruun dhaloota egeereef dabarsuu qabna… Sifen Megersa Feb 14, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ummanni Oromoo waggaa 100 oliif aarsaa qaalii kaffaluun abbaa hiree ta'uu mirkaneesse jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Fayyaa Facaatii dhibee Busaa % 61 hir’isuun danda’ame – Piroofeesar Natsaannat Warqinaa Sifen Megersa Feb 14, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Oromiyaatti hojiilee dhibee dursanii ittisuu hojjetameen facaatii dhibee Busaa % 61 hir'isuun danda'ame jedhan Hoggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoon nageenyaa Oromiyaa akka hammaatu kan taasise dhimma keessooti – Obbo Kaffalew Tafarraa Sifen Megersa Feb 14, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Rakkoon nageenyaa Oromiyaatti mudate akka hammaatu kan taasise dhimma keessooti jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa…