Caffeen Oromiyaa muudama Abbootii seeraa dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Adaamaa Galma Caffeetti taa'aa muudama Abbootii seeraa raggaasiseera.…