Ispoortii Gabreel Maartineelii Al Hilaalitti makame Tsehay Guluma Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC)- Kilabni Sa’uud Arabiyaa Al Hilaal, lammii Biraaziil taphataa sarara fuulduraa Arseenaal Gabreel Maartineelii mallatteesifachuu ifoomseera. Al Hilaal…
Oduu biyya keessaa Mootummaan jireenya lammiilee fooyyessuu fi badhaadhina waaraa mirkaneessuu ajandaa isaa duraa… Tsehay Guluma Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC) - Mootummaan jireenya lammiilee fooyyessuu fi badhaadhina waaraa mirkaneessuu ajandaa isaa duraa taasifatee hojjechaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Diinagdee Saffiisaa, cimaa fi hunda hammataa ta’e ijaaruu itti fufti – Dooktar… Tsehay Guluma Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan Diinagdee Saffiisaa, cimaa fi hunda hammataa ta’e ijaaruu itti fufti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Dippiloomaasii Uummataa Hidha Haaromsaa keessatti Tsehay Guluma Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) - Hidhi Haaromsaa Guddichi Itiyoophiyaa fedhii anniisaa biyya keenyaa guutuu fi guddina diinagdee keenyaaf bu’uura ta’uu qofa miti. Waltajjii idil…
Oduu biyya keessaa Humna misoomuu keessoo qixaan fayyadamuun omishtumaa guddisuun diinadgee hirkatummaa irraa walaba… Tsehay Guluma Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC)- Humna misoomuu keessoo qixaan fayyadamuun omishtumaa guddisuun diinadgee hirkatummaa irraa walaba ta’e ijaaruun murteessaadha jedhan Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Guyyoonni shanan Qaammee bara 2018 sagantaalee garaagaraan kabajamu – TKM Tsehay Guluma Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) – Guyyoonni shanan qaammee bara 2018 sagantaalee garaagaraan kabajamu jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Itiyoophiyaan qormaatilee keessa turtee…
Oduu biyya keessaa Bara 2018 mootummaa bu’uura cimaarratti ijaaruuf hojiileen hedduun hojjetaman- TKM Tsehay Guluma Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC)- Bara 2018 mootummaa bu’uura cimaarratti ijaaruuf hojiileen hedduun hojjetamaniiru jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Ministir Deetaan Tajaajila…
Biiznasii Gabaa Ayyaanaaf oomishni gahaan qophaa’eera- BDO Tsehay Guluma Sep 1, 2026 0 Finfinneee, Hagayya 26, 2018 (FMC)- Ayyaanota Bara haaraa 2019 dhufaa jiraniif rakkoon dhiyeessii akka hin muudanneef xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Oromiyaa.…
Biiznasii Hojimaanni tumsa damee loojistiksii Itiyoophiyaa bu’a qabeessa taasisaa jira – Ambaasaaddar… Tsehay Guluma Aug 31, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 25, 2018 (FMC) – Hojimaanni tumsa irratti hundaa’e damee loojistiksii Itiyoophiyaa caalaatti bu’a qabeessa taasisuun faayidaa diinagdee biyyattii sadarkaa olaanaatti…
Ispoortii Maanchister Yuunaayitiid injifannoo isaa jalqabaa milkeessuuf Tsehay Guluma Aug 30, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) – Sagantaa Pirimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan har’a taphoonni afuri ni taphatamu. Haaluma kanaan galgala sa’aatii 12:30 irratti Maanchister…