Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii har’a xumurama
Finfinnee, Hagayya 3, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii , marsaa 21ffaan Ameerikaa, Oriigoniitti gaggeeffamaa jiru, har’a xumura isaa ni argata.…