Mariin Biyyaalessaa dhimmoota waloo irratti waliigaltee uumaa jira – Hirmaattota
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Waltajjiin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dhimmoota waloo irratti waliigaltee uumaa jira jedhan mari'attoonni.
Waltajjiin Marii Biyyaalessaa…