Mariin biyyaalessaa waliigaltee waloo cimsuun garaagarummaa mariin furuuf carraa bal’aa uumeera –…
Finfinnee, Hagayya 5, 2018 (FMC) – Yaa’iin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliigaltee waloo cimsuu fi biyya fooyya’aa ijaaruuf abdii guddaan itti kenname, riqicha seenaa ta’uu hirmaattonni…