Idil Addunyaa Marii shakkisiisaa Ameerikaa fi Iraan Yonatan Birhanu Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Eebila 12, 2018 (FMC) - Waraana Giddu-galeessa Bahaa dhaabuuf mariin marsaa lammaffaa Ameerikaa fi Iraan Paakistaan keessatti geggeeffama jedhame hanga ammaatti gaggeeffamuu isaa…
Oduu biyya keessaa Itoophiyaa fi Ostiriyaan Jijjiirama Qilleensaa fi Galmoota Misooma Waaraa irratti Tumsa Isaanii… Yonatan Birhanu Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Eebila 12, 2018 (FMC)- Itoophiyaa fi Ostiriyaan stiriyaan dhimmoota jijjiirama qilleensaa fi galmoota misooma waaraa (SDGs) irratti waliin hojjechuuf walii galteerra gahaniiru.…
Oduu biyya keessaa JICA’n Ajandaawwan Misoomaa Itiyoophiyaa Dursi Kennamuuf akka Deeggaru Waamichi Dhiyaate Yonatan Birhanu Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Eebila 12, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Ejansiin Tumsa Idil-addunyaa Jaappaan (JICA) michummaa misoomaa qaban caalaatti cimsuuf waliigalaniiru. Jilli Ministira Maallaqaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Itiyoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa cimaa dhufeera – Dooktar Geediyoon Ximootewoos Yonatan Birhanu Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Ebla 12, 2018(FMC)- Hariiroon Itiyoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa giddu jiru cimaa dhufeera jedhan Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos. Dooktar Geediyoon…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa Tumsa Dinagdee Cimsuuf Walii Galan Yonatan Birhanu Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Eebila 12, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa walta’iinsa dinagdee tarsiimawaa isaanii cimsuuf walii galaniiru. Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee Komiishinara…
Ispoortii Magaalaan Shaggar magaalaa Baahir Daar injifate Yonatan Birhanu Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Ebla 12, 2018(FMC)- Tapha CBE Piriimiyar Liigii Itoophiyaa torbee 28ffaa har'a taphatameen magaalaan Shaggar magaalaa Baahir Daar 2fi 0'n injifateera. Tapha guyyaa sa'aatii 7…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni gocha shororkeessummaa fi ergama gareewwan badii raawwachuuf socho’aa turan 138… Yonatan Birhanu Apr 18, 2026 0 Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Humnoota shororkeessummaa fi finxaleeyyii humaota badii fedhii isaanii humnaan raawwachuf hidhatanii bosona jiran waliin hariiroo uumuun nagaa fi tasgabbii…
Ispoortii Itoophiyaan Dorgommii Atleetiksii Idil-addunyaa Sadarkaa ‘Warqee’ Qopheessuuf Filatamte Yonatan Birhanu Apr 18, 2026 0 Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Itoophiyaan dorgommii atleetiksii idil-addunyaa dhaabbanni Atleetiksii Addunyaa (World Athletics) sadarkaa 'Warqee' kennuuf akka qopheessituuf…
Ispoortii Dorgommiin Finfinnee Giraandi Piriiksi injifannoo atileetota Itiyoophiyaan cimee itti fufeera Yonatan Birhanu Apr 18, 2026 0 Finfinnee, Ebla 10, 2018(FMC)- Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii Finfinnee Giraand Piriiksi irratti injifannoo galmeessisuu cimsanii itti fufaniiru. Dorgommii fiigicha meetira 1500…
Ispoortii Dorgommiin Atleetiksii Guyyaa Tokkoo geggeeffame Maqaa Gaarii Itoophiyaa Irra deebiin Mirkaneesseera… Yonatan Birhanu Apr 18, 2026 0 Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, dorgommiin atleetiksii guyyaa tokkoo idil-addunyaa (Addis Ababa Grand Prix) maqaa gaarii…