Kalaqaa fi ariitii, tarsiimoo ce’umsa maraammartoo caasawaa…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2018(FMC) - Mootummaan Ida’amuu maraammartoo fi joonjii rakkoo Cabiinsa Sirnaa barootaaf ture keessaa ba’uuf kalaqaa fi ariitii akka falaatti hojiirra oolchaa…