Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa – Giddugala Humna Haaromfamaa Baha Afrikaa Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Itiyoophiyaan waggoota saddeettan darbanitti diinagdee magariisaa dandamataa ta’e ijaaruu fi misooma humna haaromfamuu irratti hojii bal’aa hojjechaa…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa karra Galaanaa mirkaneessuuf Itiyoophiyaanoonni walta’iinsaan hojjechuu qabu-… Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Fayyadamummaa karra Galaanaa mirkaneessuuf tattaffii taasifamuun Itiyoophiyanoonni walta’iinsaan hojjechuu qabu jedhan Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee.…
Ispoortii Paatrik Viyeeraan Leenjisaa Garee Biyyaalessa Seeneegaal Ta’uun Muudame Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Leenjisaan lammii Faransaay Paatrik Viyeeraan leenjisaa garee biyyoolessa Seeneegaal ta'uun muudameera. Leenjisaan ganna 50 Paatrik Viyeeraan waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Marichi dhaloota dhufuuf Itiyoophiyaa fooyyofte ijaaruuf carraa uuma – hirmaattota marichaa Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Yaa'iin marii biyyoolessaa wal-dhabdee mariidhaan furuun, Itiyoophiyaa fooyya'iinsa qabdu ijaaranii dhalootaaf dabarsuuf carraa guddaa uuma jedhan…
Teeknooloojii Imala Itiyoophiyaa Diijitaalaa: Ijaarsa Dandeettii Irraa Gara Birmaddummaa Biyyaatti Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) - Guddinni teknoolojii barichaa ariifataafi addaan hin cinne, bifa dorgommii dinagdee, hawaasummaafi hojii addunyaa haala olaanaan jijjiiraa jira. Yaani…
Oduu biyya keessaa Inistiitiyuutichi tumsa seektera barnootaa keessatti qabu cimsee itti fufa Yonatan Birhanu Aug 18, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 12,2018(FMC) - Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Bishaanii Federaalaa magaalaa Shaashamanneetti barattootaaf meeshaalee barnootaa Birrii miliyoona 1 fi kuma 500 olitti…
Oduu biyya keessaa Yakka malaammaltummaa ittisuu fi itti-gaafatamummaa mirkaneessuuf hunduu gahee isaa ba’achuu… Yonatan Birhanu Aug 17, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2018 (FMC) - Yakka malaammaltummaa itti-fufiinsaan ittisuu fi itti-gaafatamummaa mirkaneessuuf hundi gahee isaa ba'achuu akka qabu Minisisteerri Haqaa hubachiise.…
Oduu biyya keessaa Gareen seeraan alaa ABUT uummata Tigraay akka qabsiisaatti itti fayyadamaa jira — Piroofeesar… Yonatan Birhanu Aug 17, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2018 (FMC) — Miseensi Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Simrat, Piroofeesar Kindayaa G/Hiywat, gareen seeraan alaa ABUT uummata naannoo Tigraay akka gaachanaatti itti…
Oduu biyya keessaa Marii Biyyaalessaan yaadonni hirmaachisoo fi waliigaltee ijaaran calaqqisan –… Yonatan Birhanu Aug 17, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2018 (FMC) — Marii Biyyaalessaa keessatti yaadonni hirmaachisoo fi waliigaltee waloo ijaaran bilisummaa guutuun akka calaqqisan hoggantoonni paartilee siyaasaa maricha…
Oduu biyya keessaa Mariin kun biyya abdii qabdu akka uumu amantaa jabaa qabna – Hirmaattota Yonatan Birhanu Aug 16, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2018 (FMC) - Yaa'iin Marii Biyyoolessa Itiyoophiyaa biyya walii galteen keessatti babal'atee fi abdii qabdu akka uumu amantaa jabaa akka qaban dhaabbileen hawaasa…