Yaaddoo sarbiinsa mirga namummaa Waancaa Addunyaa 2026 mudachuu malu
Finfinnee, Bitootessa 21, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Kanaadaa fi Meeksikoo keessatti gaggeeffamu irratti yaaddoon sarbiinsa mirga namummaa mudachuu danda’a jechuun…