Oduu biyya keessaa Hawaasni waltumsee qe’ee isaatti nagaa buusuu qaba ! Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenya naannichaa waaressuun, misooma itti fufiinsa qabu mirkaneessuun, imala badhaadhina biyya keenyaa dhugoomsuuf hojjechaa…
Oduu biyya keessaa Qabsoo irraa gara Olka’iinsaatti – Seenaa Injifannoo Hidha Haaromsaa Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) – Hidhi Haaromsaa Guddichi Itiyoophiyaa, hafuura ofitti amanamummaa Itiyoophiyaanotaa cimsuu qofa osoo hin taane, imala diinagdee saffisiisuu fi Olka’iinsa…
Biiznasii Olka’iinsa Damee Albuudaa Guddina Diinagdeef Abdii Haaraa Bane Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan biyyoota qabeenya albuudaa hedduu qaban keessaa tokko taatus, baroota darbanitti qabeenya uumamaa ishee kana sirnaan misoomsuun guddina…
Oduu biyya keessaa Guyyaan cichoominaa ga’ee dhaabbileen nageenyaa gumaachan karaa argisiisuun kabajama Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) – Boru, Qaammee 3, Guyyaan Cichoominaa, gahee dhaabbileen nageenyaa fi tasgabbii gumaachan haala argisiisuun kabajama. Guyyaa kana, hojiiwwan Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Urjii qabsoo fi kudhaama aartii oromoo, Ilfinash Qannoo Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018(FMC)- Bara Afaan Oromoo dubbachuu fi ittiin hojjechuun rakkisaa turetti sirboota Afaan Oromoon ergaa jaalalaa fi siyaasaa mirgoota uummata Orommoof falman…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti ayyaanaaf beelladoota kuma 4 oliif tajaajila qalmaa kennuuf qophiin xumurame Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) — Magaalaa Finfinneetti ayyaana bara haaraa dhufuuf beeyiladoota 4,500 oliif tajaajila qalmaa kennuuf qophiin xumurameera jedhe Dhaabbanni Qeeraa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Olka’iinsaa Pirojektii Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuutti kabajame Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) — Guyyaan Olka’iinsaa bakka Pirojektii Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuutti sagantaalee gara garaatiin kabajame. Saganticharratti dameewwan…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Yaadotni Furmaataa Marii Biyyaalessaa irraa argaman qindaa’aa jiru — Komiishinii Marii Biyyaalessaa Finfinnee, Qaammee 2, 2018 (FMC) — Yaadota furmaataa marii irraa argaman gosa gosaan…
Oduu biyya keessaa Dippiloomaasii Itiyoophiyaa: Hordoftummaa irraa gara Dursummaatti Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) — Yeroo madaalliin humna addunyaa saffisaan jijjiiramaa jirutti, faayidaa biyyaalessaa eeguu fi kabaja biyya tokkoo osoo hin laaffisin hariiroo idil-addunyaa…
Biiznasii Itiyoophiyaan ni oomishti; sochii damee omishaa gara haaromsa haaraatti ceesise Yonatan Birhanu Sep 7, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) — Dameen omishaa Itiyoophiyaa waggoota dhiyoo asitti haaromsa haaraa agarsiisaa jira. Dameen kun dandeettii omishaa guddisuu fi oomishaalee alaa irraa…