Dhaloota boru arguu danda’u horachuuf tekinooloojiin murteessaa dha– Obbo Adimaasuu Daamxoo
Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Dhaloota boru arguu danda’u horachuuf tekinooloojiin murteessaa dha jedhan hoji-raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin Obbo Adimaasuu…