Ispoortii Atileet Shuuree Damisee Maaraatoonii Paaris Injifatte Yonatan Birhanu Apr 12, 2026 0 Finfinnee, Eebila 4, 2018 (FMC)- Dorgoogommii Maaraatoonii Paaris bara 2026 Aitleet Shuuree Damisee injifannoon xumurteetti. Atileet Shuureen fageenya kana sa'aatii 2, daqiiqaa 18 fi…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayyaana Faasikaa Sababeeffachuun maaddii qoodan Yonatan Birhanu Apr 12, 2026 0 Finfinnee, Eebla 4, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, Goddugala Nyaachisa Tesfaa Birhaani kan kutaa magaalaa Gullalleetti argamutti hawaasa harka…
Oduu biyya keessaa Imbaasiwwan biyyoota garaa garaa ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Yonatan Birhanu Apr 12, 2026 0 Finfinnee, Eebila 4, 2018 (FMC)- Imbaasiwwan biyyoota adda addaa ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isiniin gahee dabarsaniiru. Itoophiyaatti Imbaasiin Yunaayitid Kingidam…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Faasikaa Sababeeffachuun Maaddii Qoodan Yonatan Birhanu Apr 12, 2026 0 Finfinnee, Eebila 4, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad fi Giifti-duree Zinnaash Taayyaachoo waliin ta'uun ayyaana Faasikaa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa adda addaaf…
Ispoortii Maanchister Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gadi buusuuf taphata Yonatan Birhanu Apr 12, 2026 0 Finfinnee, Ebla 4, 2018(FBC) - Sagantaa tapha Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan galgala sa'aatii 12:30 irratti Cheelsiin dirree isaa Istaafoordi Biriij irratti Maanchister Siitii…
Idil Addunyaa Mariin Nageenyaa Ameerikaa fi Iraan Gidduutti Adeemsifamaa Ture Waliigaltee Malee Xumurame Yonatan Birhanu Apr 12, 2026 0 Finfinnee, Ebla 4, 2018 (FMC) – Mariin Nageenyaa Ameerikaa fi Iraan gidduutti adeemsifamaa turee fi addunyaan xiyyeeffannoo guddaadhaan eegaa ture waliigaltee malee xumurameera. Miriin…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni du’aa ka’uu hordoottoota amantaa Kiristaanaa biratti kabajamaa jira Yonatan Birhanu Apr 12, 2026 0 Finfinnee, Ebla 4, 2018 (FMC)- Ayyaanni Du’aa ka’uu Yesuus Kiristoos hordoottoota amantaa Kiristaanaa biratti kabajamaa jira. Abbootiin amantaa ayyaana kana ilaalchisuun ergaa…
Oduu biyya keessaa Itoophiyaan Afrikaan balaa akka hinsodaanneef hojjechaa jirti – Obbo Tamasgeen Xurunaa 1 Yonatan Birhanu Apr 9, 2026 0 Finfinnee, Ebila 1, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa, Itoophiyaan ce'umsa diinagdee eegumsa naannoo fi ijaarsa dandeettii ittisa balaa waliin walitti…
Oduu biyya keessaa Pireezidantiin Burundii Ivaaristee Nidaayishimiyee Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo… Yonatan Birhanu Apr 9, 2026 0 Finfinnee, Eebila 1, 2018 (FMC) - Pireezidantiin Rippaabilika Burundii fi Walitti-qabaan Yeroo Gamtaa Afrikaa Ivaaristee Nidaayishimiyee Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala abaaboo kaa'aniiru.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Itoophiyaa Kabajq Afrikaati – Pireezidantii Ivaaristee Nidaayishimiyee Yonatan Birhanu Apr 9, 2026 0 Finfinnee, Eebila 1, 2018 (FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa birmadummaa biyyaa kabachiisuu bira darbee raayyaa kabaja Afrikaa ta'ee dha jedhan Pireezidantiin Rippaabilika Burundii fi…