Irreechi waltajjii waggaa waggaan waadaa Oromummaa keenya itti haaromsannuudha – Abbaa Gadaa…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FMC) - Irreechi waltajjii guddaa waggaa waggaan waadaa Oromummaa keenya itti haaromsuun tokkummaa keenya itti itichinuudha jedhan Abbaan Gadaa Saglan Iluu…