Sababa misooma kooriidariin manneen kaafaman deebisanii ijaaruuf dhagaan bu’uuraa ka’ame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sababa misooma kooriidarii gaggeeffamaa jiruun manneen kaafaamaan bakka buusuuf dhagaa…