Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa Sosochii ittisa faalama Qilleensaa eegalchiise Tsehay Guluma May 11, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa sosochii Ittisa faalama Qilleensaa baatiwwan jahaf turu eegalchiiseera. Sosochichi mata duree…
Ispoortii Sagantaan Xomboraa ibsuu Olompikii Paaris 2024 Magaalaa Boongaatti gaggeeffameera Tsehay Guluma May 11, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Sagantaan Xomboraa ibsuu Olompikii Paaris 2024 mata duree ‘Itiyoophiyaan haa dorgomtu, dorgomtees haa injifattu’ jedhuun Magaalaa Boongaatti…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Naannoo Oromiyaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiin dursanii ittisuu hojjetamaa… Tsehay Guluma May 11, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Godinaalee Naannoo Oromiyaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiileen dursanii Ittisuu hojjetamaa jiraachuu Buusa Gonofaa Oromiyaan beeksisee.…
Teeknooloojii Guddattoonni Itiyoophiyaa dorgommii idil addunyaa Rooboofestirratti hirmaataa jiru Tsehay Guluma May 11, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Guddattoonni Itiyoophiyaa Ameerikaatti argamuun dorgommii idil addunyaa Rooboofestirratti hirmaataa jiru. Dorgommii Ameerikaa…
Ispoortii Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaan taphni har’a Maanchiister Siitiin Fuulhaam… Tsehay Guluma May 11, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaan taphni har’a waaree boodaa sa’aatii 8:30 eegalee Maanchiister Siitiin Fuulhaam waliin…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Madin Itiyoophiyaan Quddis Giyoorgis injifate Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 24ffaa har’a taphatameen Madin Itiyoophiyaan galchii 1 fi 0n Quddus Giyoorgis injifateera. Baankiin…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin misooma Qarqara Laga Dachaatuu ifoome Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Dirre Dhawaa Qarqa Laga Dachaatuu misoomsuuf Piroojektii haaraa ifoomeera. Magaalichatti rakkoo lolaa mudachaa ture furuuf…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti waltajjiin qophii karoora Tiraanisfoormeeshinii gaggeeffamaa ture xumurame Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti waltajjiin qophii karoora Tiraanisfoormeeshinii gaggeeffamaa ture xumurameera. Qophii Karooraa fi Tiraanisfoormeeshinii…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Liibaan Cuqqaalaatti miseensota shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa aanaa Liibaan Cuqqaalaatti miseensota shanee Yaa’a Laga Awaash Daheeffachuun sochaa’aa turanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Raayyaan…
Oduu biyya keessaa Bu’aaleen damee qonnaan argaman damee Indastiriinis dabalamuu qabu – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma May 10, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa Piroojektii Diinagdee Addaa Gadaa eegalchiisaniiru. Bu’aaleen damee qonnaan argaman damee…