Oduu biyya keessaa ODUU AMMA NU QAQQABEEN Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan imaammata fooyyessa diinagdee Gooroo hunda galeessa ta’e hojiirra oolchuutti seentee. Imaammata Sagantaa Fooyyessa Diinagdee Gooroo…
Oduu biyya keessaa Tajaajilichi lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasise Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessa Godina Goofaatti lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 taasise.…
Oduu biyya keessaa Jilli Gamtaa Emereetota Arabaa lammiilee bala sigiga lafaan miidhaman jajjabeesse Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Jilli Gamtaa Emereetota Arabaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaatti lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa namoomaa toonii 85 taasisuun…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaaf galiin Birrii Biiliyoona 1.7 walitti qabame Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Bara baajataa xumurame Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf deeggarsi Birrii biiliyoona 1.7 olii walitti qabamuu Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Sahaalaa Sayyamitti balaa dhidhimuu bidiruun lubbuun namoota 12 darbe Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Naannoo Amaaraa Bulchiinsa Waag Himraa Aanaa Sahaalaa Sayyamtitti balaa dhidhimuu bidiru mudateen lubbuun namoota 12 darbuun eerame. Biduruu namoota…
Oduu biyya keessaa Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Godina geede’oo Aanaa Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota sadii darbe. Balichis konkolaataa fe’umsaa gara Mooyaalee imalaa ture…
Oduu biyya keessaa Naannoon Beenishaangul Gumuz bara baajataa 2017’f baajata Birrii biiliyoona 8.9 ol raggaasise Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz baajata bara 2017’f Birrii biiliyoona 8.9 ol raggaasise. Baajata kana keessaa Birrii biiliyoona 3 fi…
Oduu biyya keessaa Lammiilee kuma 40 oliif carraa hojii uumuuf waliigalteen dandeessisu mallatteeffame Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Ministeerri Hojii fi Ogummaa lammiilee kuma 40 oliif carraa hojii uumuuf Tajaajila Istaatistiksii Itiyoophiyaa waliin waliigalteen mallatteesse.…
Biiznasii Ministeerichi kan bara darbeerra galii %70 ol caalmaa qabu walitti qabuu beeksise Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Ministeerri Galiiwwanii barana kan bara darbeerraa galii %70 ol caalmaa qabu walitti qabuu beeksise. Ministeerichi waltajjii gamaaggama raawwii bara…
Oduu biyya keessaa Naannoon Somaalee lammiilee balaa ibiddaa Dirree Dhawaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20… Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Naannoon Somaalee lammiilee balaa ibiddaa Dirree Dhawaa Giddugala Gabaa Ashawaatti dhiyeenya mudateen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise.…