Bulchiinsi magaalichaa marsaa 2ffaaf lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 2ffaaf lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 51 taasiiseera.…