Oduu biyya keessaa Tajaajila Lammummaa, Misooma Waloof Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Adeemsa jijjiiramaa hundagaleessa qabanne keessatti, qormaatilee alaafi keessaa, namtolcheefi umamaa numudataa turan dandamachuun injifannoowwan…
Oduu biyya keessaa Baajanni bara 2017 Naannoo Hararii Birrii Biiliyoona 5.2 ol ragga’e Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Manni Maree Naannoo Hararii baajata naannochaa bara 2017 Birrii Biiliyoona 5.2 ol raggaasise. Manni marichaa Yaa'ii Idilee 6ffaa bara hojii 3ffaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Rayyaa Ittisaa lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa taasise Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Ministeerri Rayyaa Ittisaa Godina Goofaatti lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif meeshaalee fi nyaataa Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamu deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Dameen Geejjibaa fi Loojistiksii sochii diinagdee biyyaalessaaf gahee olaanaa bahachaa jira-Dooktar… Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Dameen Geejjibaa fi Loojistiksii sochii diinagdee biyyaalessaaf gahee olaanaa bahachaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa gaggeeffame Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Yaa'iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffame. Yaa'icharratti Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurhaamaan,…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggaman Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii hojii Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggamaniiru. Piroojektiin madda…
Ispoortii Kilabni Atileetiksii magaalaa Shaggar atileetootaaf gaggeessaa taasise Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Kilabni atileetiksii magaalaa Shaggar atileetoota Itiyoophiyaa bakka bu'uun Olompikii Paarisirratti hirmaataniif sirna gaggeessaa taasiseera. Sirna…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Chaayinaa lammiilee Itiyoophiyaa balaa sigiga lafaa muudateen lubbuu isaanii… Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing lammiilee Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu isaanii dhabaniif gaddi itti…
Oduu biyya keessaa Balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 232 darbuu mirkanaa’e – Obbo Xilahuun… Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 232 darbuu mirkanaa'uu Mootummaan naannoo Kibba Itiyoophiyaa beeksise. Balichaan hanga…
Waajabila Faanaa Daa’ima Umrii baatii 3 sigiga lafaan maatii malee hafe Sifen Megersa Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Daa'ima Umrii baatii 3 balaa sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen maatii malee hafe. Haati daa'ima kanaa Taamanech Daani'eel jedhamti, Carraan…