Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 27, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) -Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo…
Fayyaa To’annoo Nageenyummaa qorichaa mirkaneessuu keessatti hawaasni akka tumsu waamichi dhiyaate Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Nageenyummaa qorichaa mirkaneessuuf to’annoo gaggeeffamu keessatti hawaasni akka tumsu Abbaan Taayita Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa waamicha…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Gaddaa Biyyaalessaa Labsame Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti Guyyaan Gaddaa biyyalessaa guyyoota sadiif turu labsame. Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti bala Sigiga lafaa mudate hordofee…
Oduu biyya keessaa Waa’ee Malkaa Qunxurree Kana Beektuu Laata? Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Malkaan Qunxurree, Finfinneerraa gara Kibbaa km 50 Sulula Laga Awaash ol’aanu keessa, Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaa keessatti argama.…
Oduu biyya keessaa Filmaatawwanii fi carraalee damee geejjibaa fi loojistiksiirratti mari’atame Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamu simeen garee Dhabbata Faayinaansii fi Daldalaa Idil Addunyaa waliin filmaatawwanii fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan olola Mootummaa Somaaliyaan gaggeeffamaa jiru itti dhiheenyaan hordofaa jirti-MDHA Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan olola Mootummaa Soomaaliyaan gaggeeffamaa jiru itti dhiheenyaan hordofaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera. Ministeerichi…
Oduu biyya keessaa Malkaa Qunxurreen UNESCO’tti galmaa’e Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Nannawaan Hambaa lafee dhala namaa Malkaa Qunxurreen Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti (UNESCO) galmaa’e. Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoonaa 1.4’rra ruuziin facaafameera-BQO Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaaraa miiliyoona 1.4 irra Ruuziin facaafamuu Biirroon Qonnaa Oromiyaa Beeksise. Godina Jimmaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa hunda hirmaachisuun akka gaggeeffamu tattaaffiin taasifamaa jira-Pirof. Masfiin… Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Mariin Biyyaalessaa kutaalee hawaasaa hunda walqixa haala hirmaachiseen akka gaggeeffamuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Komishiniin Mariin…
Biiznasii Dhaabbatichi Bu’aa Birrii biiliyoona 8 ol argachuu ibse Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Loojistiksii fi Geejjiba Galaana Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti bu’aa Birrii biiliyoona 8 argachuu beeksiseera. Dhaabbatichi bara…