Itiyoophiyaa fi Ingiliz walta’iinsa gamlamee daran cimsanii akka itti fufan ibsan
Finfinnee, Ebla 12, 2013 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Ingiliz dameewwan dursa kennaniin fi tarsiimawaarratti walta'iinsa qaban daran cimsanii itti fufuuf waligalteerra ga'aniiru.
Jilli Ministira…