Naannichi Oppaalii fi Warqee kiiloo giraamaa kuma 19 fi 950 gabaa giddugaleessaaf dhiyeesse
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)-Albuudaa Oppaalii fi Warqee kiiloo giraamaa kuma 19 fi 950 gabaa giddugaleessaaf dhiyaachuu Biiroon Qabeenya Albuudaa Naannoo Amaaraa beeksise.…