Oduu biyya keessaa Leenjiin ga’umsa dandeettii marsaa 2ffaan magaalaa Hawaasaatti eegalame Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Leenjiin ga’umsa dandeettii marsaa 2ffaan mata duree ‘seenessa Biyyaalessaa Ol ka’iinsa Itiyoophiyaaf’ jedhuun magaalaa Hawaasaatti…
Oduu biyya keessaa Labsiin kabaja ayyaana ummataa fi haala kabaja ayyaanootaa murteessuuf ba’e ragga’e Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii kabaja ayyaana ummataa fi haala kabaja ayyaanootaa murteessuuf ba’e raggaasise. Ayyaannoonni ummataa…
Fayyaa Piroojektii uwwisa talaallii daa’immaan Itiyoophiyaaf deeggarsi Doolaara miiliyoona 45 taasiifame Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Piroojektii uwwisa talaallii daa’immaan Itiyoophiyaaf deeggarsi Doolaara miiliyoona 45 taasiifamuu ibsameera. Sagantaa jalqabsiisa…
Oduu biyya keessaa Godina Silxee aanaa Silxiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Silxee aanaa Silxiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe. Halkan edaa Siinoo…
Oduu biyya keessaa Naannoolee garaagaraatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamaa jira Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) –Naannoolee garaagarratti qormaanni kutaa 8ffaa kennamaa jiraachuun ibsameera. Naannoolee Amaaraa, Gaambeellaa, Kibba Lixa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa gamaaggama raawwii hoji guyyoota 100 gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa gamaaggama raawwii hoji guyyoota 100n darbanii gaggeessuu eegaluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamuu eegale Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa kan bara 2016 kennamuu eegaluu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Naannichatti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hariiroo gamhedduu bu’a qabeessa ta’e uumuuf kutannoo qabdi – Ambaasaaddar Taayyee… Sifen Megersa Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan hariiroo gamhedduu bu’a qabeessa ta’e uumuuf kutannoo qabaachuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 167 Saa’udiirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 167 gara biyyaatti deebi’aniiru. Kanneen deebi’a hunduu dhiirota…
Oduu biyya keessaa Maalaawiiitti Xiyyaarri Pireezidaantii Ittaanaa fi qondaaltota biroo 9 fe’e achi buuteen dhabame Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Xiyyaarri Pireezidantii Ittaanaa Maalaawii Saawulos Chilimaa fi aanga’oota biroo sagal fe’ee ture achi buuteen dhabamuu Waajjirri Pireezidantii Biyyattii…