Oduu biyya keessaa Ijaarsi Paarkii Ikoo Harar %86 gahuu ibsame Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Naannoo Harariitti galii kitaaba Dhaloota Ida'amuurraa argameen ijaaramaa kan jiru Paarkiin Ikoo Harar %86 gahuu Biiroon Aadaa, Hambaa fi Tuuriziimii…
Oduu biyya keessaa Kooriidaroonni banaa ta’an sochii fooyya’aa fi daandii quunnamtii ijoo ta’aniiru-WMM Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Kooriidaroonni misoomanii tajaajilaaf banaa ta’an sochii fooyya’aa fi daandii quunnamtii ijoo ta’uu Waajjirrii Ministira Muummee…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa boru kennamuu eegala Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Naannoo Kutaa 8ffaa bara 2016 boru kennamuu kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksiseera. Qormaatichi…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shiideen ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Amiira Kaataariif qaqqabsiisan Sifen Megersa Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Amiira Kaataar Sheek Taamiim Biin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Miizaan Amaanitti waltajjiin marii ummataa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa Magaalaa Miizaan Amaanitti waltajjiin marii ummataa gaggeeffamaa jira. Marichi mata duree “Gargaaramuurraa…
Oduu biyya keessaa Hojiilee misoomaa kooridarii hafan hatattamaan tajaajilaaf banaa taasisuuf ni hojjenna-Aadde… Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Hojiilee misoomaa kooridarii hafan qajeeltoo hatattamaan fi kalaqaa hordofnee xumuruun tajaajilaaf banaa taasisuuf ni hojjenna jechuun Kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Hojiilee misooma Koridarii Piyaasaafi ‘Araat kiiloo’ yeroo qabameef keessatti xumuramuu wayita… Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) – Hojiilee misooma Koridarii Piyaasaafi ‘Araat kiiloo’ yeroo qabameef keessatti xumuramuu wayita ibsinu gammachuudhaani jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa Magaalaa Maa’unitti balalii eegalee Debela Tadesse Jun 10, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Bootisiwaanaa Magaalaa Maa’unitti balalii eegaleera. Saganticharratti Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Dandii Qilleensa…
Ispoortii Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaan Itiyoophiyaa fi Jibuutiin qixa xumuran Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddii 4ffaan Itiyoophiyaa fi Jibuutiin qixa xumuran. Itiyoophiyaa fi Jibuutiin Morookootti galgala kana tapha…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiran imalaa gara badhaadhinaatti taasifamuuf… Debela Tadesse Jun 9, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)-Hojiileen misoomaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiran imala gara badhaadhinaatti taasifamuuf humna ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo…