Oduu biyya keessaa Qaamoleen qooda fudhattootaa ajandaalee adda baasuu xumuran Sifen Megersa Jun 3, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) –Boqonnaan marii Komishiniin Maree Biyyaalessaa Magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jiru har’a oolmaa guyyaa 6ffaan itti fufeera. Qaamoleen Qooda…
Biiznasii Baatiiwwan kurnan darban Buna gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu ibsame Tsehay Guluma Jun 3, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Baatiiwwan kurnan darban Buna gabaa alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu Abbaan Taayita Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Barnoota Kooriyaa Kibba… Debela Tadesse Jun 3, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan, Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Ministeera Barnootaa Kooriyaa Kibbaa Lee Juu Hoo…
Idil Addunyaa Hindiitti sababa hoo’ina qilleensaan namoonni 50 ol du’uun gabaafame Debela Tadesse Jun 3, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC)-Hindiitti hoo’ina qilleensaa kutaalee biyyattiitti babal'achaa jiruun guyyoota sadan darban namoonni 50 ol du'uun gabaafame. Bulchiinsa Kaabaa…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa furmaata biyyaalessaa argamsiisaan eegama-Aadde Adaanech Debela Tadesse Jun 3, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC)- Mariin Biyyaalessaa Ummanni abbaa aangoo fi abbaa dhimmichaa ta’uun kallattiinis ta’e bakka bu’oota isaan ajandaalee dhiyaatanirratti mari’achuun, furmaata…
Idil Addunyaa Kilaawudiyaa Sheenbaam Pireezidaantii dubartii jalqabaa Meeksiikoo ta’uun filataman Tsehay Guluma Jun 3, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Dubartiin Umrii waggaa 61 Kilaawudiyaa Sheenbaam Pireezidaantii dubartii jalqabaa Meeksiikoo ta’uun filatamaniiru. Kaantibaa Magaalaa…
Ispoortii Eenzoo Maareeskaan leenjisaa Cheelsii ta’an Tsehay Guluma Jun 3, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Lammiin Xaaliyaanii Eenzoo Maareeskaan leenjisaa Cheelsii ta’uun mallattoo isaanii kaa’an. Cheelsiin jijjiirraa Eenzoo Maareeskaaf Yuuroo…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Giiftii Duree fi Dhaabbanni Tola Oolaa “Good Neighbors” waliigaltee mallateessan Tsehay Guluma Jun 3, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) - Hojiilee Waajjira Giiftii Dureen hojjetamuu deeggaruuf, Dhaabbata Tola Oolaa Idil Addunyaa “Good Neighbors” waliin waliigalteen…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abrahaam Balaay hoggantoota Olaanoo dhaabbata Nyaataa fi qonna Addunyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Jun 3, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaayi fi Ministir Deetaan Ministeericha Dooktar Birhaanuu Leenjisoon jila…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidanti Shimallisiin durfamu giddugala agarsiisa Itiyoo teeleekoom daawwate Tsehay Guluma Jun 3, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi qondaaltonni olaanoon naannichaa giddugala agarsiisaa tiyoo Teeleekoom Yaadannoo…