Kabajaa biyyaaf dhaabbachuu Injifannoo Adwaarraa baratamuu qaba jedhame
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Tokkumaa keessoo cimsuun kabajaa biyyaaf dhaabbachuu miiraa injifannoo Adwaarraa baratamuu qaba jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…