Mareen biyyaalessaa rakkoolee Itiyoophiyaa waaraan waan furuuf tumsuun barbaachisaadha- Sheek Hajjii…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Mareen biyyaalessaa rakkoolee Itiyoophiyaa waaraan waan furuuf tumsuun barbaachisaa ta'uu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…