Ispoortii Viinseenti Kompaaniin leenjisaa Baayerni Muunikii ta’uuf waliigale Tsehay Guluma May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Viinseenti Kompaaniin waggoota sadan itti aananiif leenjisaa Baayerni Muunikii ta'uuf waliigaluu ibsame. Baayermuunik Vinseenti…
Oduu biyya keessaa Interpiraayiziin sanyii filatamaa Oromiyaa sanyii filatamaa baay’inaa fi qulqullinaan dhiyeessuuf… Tsehay Guluma May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Interpiraayiziin sanyii filatamaa Oromiyaa sanyii filatamaa baay’inaa fi qulqullinaan dhiyeessuun haqina sanyii filatamaa mudatu furuuf…
Oduu biyya keessaa WMO’n Konfiraansii waggaa Finfinneetti gaggeesse Tsehay Guluma May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa Konfiraansii waggaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti gaggeesseera. Waldichi damee barnootaa, Fayyaa fi…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa Waxabajjii 10 irraa jalqabee gara Naqamteetti balallii ni eegala Tsehay Guluma May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Waxabajjii 10, 2016 jalqabee gara magaalaa Naqamteetti balallii kan eegalu ta’u beeksiiseera. Daandii…
Oduu biyya keessaa Misooma Godina Baha Guraagee guddisuuf Birrii miiliyoonni 425 walitti qabame Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Sagantaan Hundeeffama Godina Baha Guraagee Magaalaa Buttaajiraatti gaggeeffamaa jira. Dhalattoonni godinichaa biyya keessaa fi alaa, dhaabbileen…
Ispoortii Tapha darbii Waancaa FA hawwiin eegamu Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Har’a Falmiin kilaboonni darbii Magaalaa Maanchiister Waancaa FA gulumeeffachuuf taasiisan hawwiin eegama. Taphni waancaa FA har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Invastimantii bu’uuraalee misooma Ispoortii guddisuuf tattaaffiin taasiifamaa jira –… Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Waggaa waggaan Invastimantii bu'uuraalee misooma Ispoortii guddisuuf tattaaffiin taasiifamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Itiyoophiyaa fakkaatu ijaarameera – Jeneraal Ababaaw Taaddasaa Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Raayyaa Ittisaa dirqama isaa ga'umsaan bahatuu fi jaalala biyyaa qabu Raayyaan Itiyoophiyaa fakkaatu ijaaramuu Itti Aanaan Itaamaajoorii Waliigalaa Humna…
Oduu biyya keessaa Komishinar jeneral Dammallaash Gabremikaa’el jila hooggansa olaanaa poolisii Sudaan Kibbaa… Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Komishinarri komishinii poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabremikaa'el jila hooggansa olaanaa poolisii Sudaan Kibbaa waliin Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaan giddugala hawwata turizimii gosa hundaan kan badhaatedha – Pir. Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa May 25, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) –Oromiyaan giddugala hawwata turizimii gosa hundaan kan badhaatedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Qabeenya…