Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa eebbisan Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- MInistirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii Yaadannoo Injifannoo Adwaa Finfinneetti ijaarame eebbisaniiru. Sirna eebbichaarratti…
Oduu biyya keessaa Adwaan injifannoo keenya; hambaa keenyas-TKM Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Adwaan injifannoo fi hambaa keenya jechuun Tajaajilli Kominikeeshnii Mootummaa ibse. Tajaajilichi ibsaa baaseen, Itiyoophiyaan biyyoota sirna…
Ispoortii Taphni Waancaa Afrikaa har’a xumurama Debela Tadesse Feb 11, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Taphni Waancaa Afrikaa 34ffaan Kootdiivaaritti gaggeeffamaa ture har'a ni goolabama. Sagantichaan taphni Naayijeeriyaa fi Kootdiivaar gidduutti…
Oduu biyya keessaa Uummata Injifannoo Aarsaa Qaaliin argate tikfatuufi kan Isa hafe Mootummaa Waliin Qindoomee… Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Uummata Injifannoo Aarsaa Qaaliin argate tikfatuufi kan Isa hafe Mootummaa Waliin Qindoomee Milkeeffatu Qabaachuun Carroomuu ta'uu Biiroon…
Ispoortii Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umurii 17 gadiin Itiyoophiyaan marsaa itti aanuuf dabarte Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umurii 17 gadiin Itiyoophiyaan Afrikaa Kibbaa injifachuun marsaa itti aanuuf dabarte. Gareen kubbaa miilaa…
Ispoortii Maanchiister Siitiin Eevartan injifachuun liigicha dursuu eegale Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Taphoota piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 24ffaa har'a taphatameen Maanchiister Siitiin Eevartan injifachuun liigicha dursuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa waaraa mirkaneessuuf qormaatilee waloon injifachuun murteessaadha – Obbo Araggaa… Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti mariin hawaasaa gaggeeffameera. Mariin qaamolee hawaasa garaa garaa himaachise kun mata duree 'obbolummaa sabdaneessa nageenya…
Oduu biyya keessaa Meeshaan osoo hin taane mariin nagaa buusuuf of qopheessuun barbaachisaadha – Obbo Malaakuu… Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti mariiin hawaasaa gaggeeffameera. Jijjiramoonni akka biyyaatti qabaman akka galma gahaniif…
Oduu biyya keessaa Ummanni Oromoo fi Sidaamaa ummatoota adda hin ummata waan walitti hidhamaniidha – Obbo… Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Mariin Nageenyaa magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffameera. Mariin hawaasaa kun "Obbolummaa Sabdaneessaa Nageenya Waara fi badhaadhina hunda…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee jiran furuuf waldhaggeeffachuu fi waliin mari’achuun murteessadha – Obbo Awwal Aarbaa Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Rakkoolee jiran furuuf waldhaggeeffachuu fi waliin mari’achuun murteessaa ta’uu Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan ibsan. Magaalaa…