Oduu biyya keessaa Meeshaaleen waraanaa seeraan ala socho’aa ture to’atame Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Kilaashiin Kooviin 44 fi Matarayyeessiin1 karaa seeraan alaa gara Magaalaa Finfinnee seenuuf ture to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ummataa fi Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsan Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ummataa fi Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsaniiru. Ummannii fi mootummaan…
Oduu biyya keessaa Xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 8.1 buufata Jibuutii ga’e -Korporeeshinicha Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 8.1 buufata Jibuutii ga’uu Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksiise. Dooniin Xaa’oo Yuuriyaa…
Biiznasii Komishinich baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 97.6 walitti qabuu beeksise Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Komishiniin Gumrukaa baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 97.6 walitti qabuu beeksiseera. Baatiiwwan jahaan darban galii Birrii…
Oduu biyya keessaa Walaayittaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoonni 23 miidhaman Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Walaayittaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoota 23 irraa miidhaan qaamaa cimaan qaqqqabuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Naqamteetti mariin nageenyaa gaggeeffame Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti mariin jiraattota magaalaa Naqamtee fi Godina Wallagga Bahaa hirmaachise gaggeeffame. Marichi mata duree "Obbolummaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Roobeetti mariin nageenyaa gaggeeffame Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Roobeetti mariin jiraattota magaalaa Roobee fi Godina Baalee hirmaachise gaggeeffame. Marichi mata duree "Obbolummaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Mattuutti mariin nageenyaa gaggeeffame Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuuti marii kutaa hawaasaa garaagaraa Godinaafi Magaalaa Mattuurraa walitti babba’an hirmaachise gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan qormaatilee hedduu kan ceete tokkummaa ummata isheeni – Dooktar Alamuu Simee Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan qormaatilee walxaxaa hedduu kan ceete Ummanni biyyattii tokkummaa sabdaneessaa hundee cimaa qabu waan qabaniif ta’uu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa sabdaneessaa fi Obbolummaa caalmaatti cimsuun Badhaadhina hunda galeessa ni milkeessina –… Sifen Megersa Feb 10, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Tokkummaa sabdaneessaa fi Obbolummaa caalmaatti cimsuun Badhaadhina hunda galeessa ni milkeessina jedhan Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…