Xiyyaara “Tsahaay” Mootummaa Xaaliyaaniirraa ifatti deebifachuu keenyaan…
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Har'a guyyaa itti xiyyaara "Tsahaay" Mootummaa Xaaliyaaniirraa ifatti deebifanne waan ta'eef, Itiyoophiyaanoonni hundi guyyaa guddaa itti boonanidha…