Oduu biyya keessaa Ejensichi Balaa Tiraafikaa hir’isuf xiyyeffannaan hojjecha jiraachuu ibse Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Ejensiin Geejjiba Oromiyaa balaa Tiraafikaa hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu ibseera. Ejensiichi…
Biiznasii Baatiwwan saglan darban galiin Birriin biiliyoonni 374 ol walitti qabame Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Baatiwwan saglan darban galiin Birriin biiliyoonni 374 ol walitti qabamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise. Ministeerichi raawwii hojii baatiwwan 9…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannicha gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan 9 gaggeessuu eegale Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan saglan darbanii gaggeessuu eegaleera. Pireezidaantii naannicha Obbo Ordiin Baadrii…
Oduu biyya keessaa Naannichi Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota kuma 1 fi 445’f dhiifama taasiise Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoon Kibba Itiyoophiyaa Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 445’f dhiifama taasiiseera. Ayyaana Sooma Hiikaa…
Ispoortii Tapha darbii Kilaboota Landan Cheelsii fi Tootenhaam hawwiin eegamu Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni darbii Kilaba Lixa Landan Cheelsii fi Kilaba Kaaba Landan Tootenhaam gidduutti har’a gaggeeffamu hawwiin eegama.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa Ayyaanaa Sooma Hiika sababeeffachuun gara biyyaa dhufaniif… Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa Ayyaanaa Sooma Hiika sababeeffachuun gara biyyaa dhufaniif simannaan taasiifamaa jiraachuu ibsame. Ministirri…
Uncategorized Naannichi Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 926’f dhiifama godhe Sifen Megersa May 1, 2024 0 Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Naannoon Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 926’f dhiifama taasisuu beeksiseera. Boordiin…
Ispoortii Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan har’a Borushiyaa Doortimand… Sifen Megersa May 1, 2024 0 Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan taphni har’a Borushiyaa Doortimand PSG waliin taasiisu akkaan eegama. Taphichi…
Oduu biyya keessaa Boba’aan seeran ala socho’aa ture Barmeelli 46 to’atame Sifen Megersa May 1, 2024 0 Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Boba’aa seeran ala socho’aa ture Barmeela 46 to’achuu Poolisiin magaalaa Miizaan Amaan ibse. Naafxaan Barmeelli 35 fi Beenzilli barmeelli 11 karaa seeraan…
Oduu biyya keessaa Dhagaan Bu’uuraa ijaarsa Piroojektii Bishaan dhugaatii jiraattoota kuma 80 ol fayyadamuu taasiisuu… Sifen Megersa May 1, 2024 0 Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leddaamoon Magaalaa Hawaasaatti Ijaarsa Piroojektii Bishaan dhugaatii jiraattoota kuma 80 ol fayyadamuu…