Shakkamaan sanada sobaan Birrii miiliyoona 13 ol waliin dhahuun fudhatee miliqe to’annaa jala oole
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Shakkamaan sanada sobaan Birrii miiliyoona 13 ol waliin dhahuun abbaa qabeenyarraa fudhatee miliqe to’annaa jala ooluu Poolisiin Federaalaa beeksiise.…