Shaggaritti Sagantaan Beekkamtii kennuu Kaffaltoota Gibiraa gaggeeffamaa Jira
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magalaa Shaggar Kaffaltoota Gibiraa Amanamoof Sagantaan Beekkamtii kennuu gaggeessaa jira.
Saganticharratti Kantiibaa Ittaanaan Obbo Guyyoo…