Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaan Lubbuun namoota 11 darbe Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)-Naannoo Somaalee Godina Feefan Aanaa Shebeleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuu Poolisiin naannichaa beeksise. Qajeelcha Poolisii…
Ispoortii Dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyyaa Idil Addunyaa Jaanmeedaa xumurame Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyyaa Idil Addunyaa Jaanmeedaa xumuramuu Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa beeksise. Dorgomiicharrati fiigichaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ergama isaa haala amansiisaan akka raawwatuuf hojiin ijaarsaa dandeettii cimee itti… Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Raayyaan ummata keessaa ba’ee ummataf dhaabbatu ergamni isaa waraanaa malee birmadummaa biyyaa kabachiisuudha jechuun Ajajan Olaanaan Ajaja Daalol Leetenaal…
Oduu biyya keessaa Amanamummaan nama badhaasisa, galateeffachiisa, nama boonsa-Aadde Adaanech Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Amanamummaan nama badhaasisa, nama galateeffachiisa, akkasumas nama boonsa jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Jijjiirraan bara Saba Halaabaa “Seeraa”n kabajamaa jira Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Jijjiirraan bara haaraa saba Halaabaa “Seeraa” Magaalaa Halaabaa Qullittootti kabajamaa jira. Sirna kabaja ayyaanicharratti qondaaltonni olaanoon…
Oduu biyya keessaa Sirni gaa’elaa misirroota kuma 1 gaggeefame Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)-Sagantaa “Yeshii Gaabichaa” bara 2016’n sirni gaa’elaa misiroota kuma 1 gaggeeffameera. Kutaalee biyyatti garaagaraarraa kan hirmaataan Karniivaalaa fi…
Idil Addunyaa Humni Nagaa Kabachiisaa DhMG Koongoo gadi lakkisee ba’uu eegale Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Rippaabilikiin Diimokiraatawaa Koongoo Humnii Nagaa Kabajachiisaa Dhaabbataa Mootummootaa Gamtoomanii biyyattii gadi lakkisanii ba’uu eegaluu beeksiste.…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaa du’aan addunyaa kanarraa boqote Debela Tadesse Jan 14, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan du'aan addunyaa kanarraa boqote. Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan dhukkubaa mudateeniin Ameerikaatti wal'aanamaa turuun…
Ispoortii Tapha Liigii Olaanoo Oromiyaa taphoonni eegaman har’a gaggeeffamaniiru Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Taphaa Liigii Olaanoo Oromiyaa ramaddii A torbee 7ffaa har’a Istaadiyamii Wallaggaatti gaggeeffamaniiru. Haaluma kanaan taphoonni 4 qixa yoo goolabaman,…
Ispoortii Piriimerliigii Ingilizii Cheelsiin Fuulhaamiin 1 fi 0’n injifate Debela Tadesse Jan 13, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Tapha Pirimerliigii Ingilizii torbee 21ffaan Cheelsiin Fuulhaamiin 1 fi 0’n injifateera. Tapha Fuulhaam waliin dirree isaarratti taphate kanaan galchii 1…