Idil Addunyaa Taayiwaanitti kirkirri lafaa reektar iskeelii 7.5 mudate Debela Tadesse Apr 3, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Taayiwaanitti kirkirri lafaa reektar iskeelii 7.5 lakkoofsise mudate. Kirkiraa lafaa kanaan namoonni 711 yoo madaa’aan, lubbuun namoota 4 darbuun…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Luwaandaatti guyyuu balalii taasisuu eegale Debela Tadesse Apr 3, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Angoolaa Magaalaa Luwaandaatti guyyuu balalii taasisu eegale. Kanaan dura balaliin garasitti taasisu torbanitti…
Oduu biyya keessaa Seenessi qeenxeen seenaa dhugaa biyya kanaa dhoksuun seenessi waloon akka dagatamu taheera-Aadde… Tsehay Guluma Apr 3, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Seenessi qeenxeen seenaa dhugaa biyya kanaa dhoksuun seenessi waloon akka dagatamu taheera jedhan Afyaa’iin Caffee oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa Bakka keessumeessa Imaaltoota Buufata Xiyyaraa Jiinkaatti eebbisiise Tsehay Guluma Apr 3, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Bakka keessumeessa Imaaltoota Buufata Xiyyaraa Jiinkaa ammaya’aa ijaarsise eebbisiise. Saganticharratti Hojii…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen faayidaa biyyaalessaa kabachiisuu fi tokkummaa lammiilee cimsuuf itti gaafatamummaa… Tsehay Guluma Apr 3, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Miidiyaaleen faayidaa biyyaalessaa kabachiisuu fi tokkummaa lammiilee cimsuu keessatti itti gaafatamummaa dachaa akka qaban Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni Imala waggoota 30 Mootummaa Naannoo Oromiyaa baname Tsehay Guluma Apr 3, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Agarsiisni imala waggoota 30 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti baname. Agarsiisni kunis Biiroo…
Ispoortii K/Gargaartuu Daraartuu Tulluu badhaasni Niishaanii Mootummaa Jaappaaniin kenname Debela Tadesse Apr 3, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Pireezidaantii Federeeshini Atileetiksii Itiyoophiyaa Komishinara Gargaartuu Daraartuu Tulluun badhaasa Niishaanii kabajaa Mootummaa Jaappaaniin…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuu biiliyoonni 5.2 qophaa’eera-BQO Debela Tadesse Apr 3, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuu biiliyoona 5.5 qopheessuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni…
Oduu biyya keessaa Galma ce’umsa dijitaalessa dhugoomsuuf akka hojii idileetti osoo hintaane, akka xiyyeeffannoo… Sifen Megersa Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Galma ce’umsa dijitaalessuu dhugoomsuuf akka hojii idileetti osoo hintaane, akka xiyyeeffannoo ijootti fudhachuun socho’aa jirra jedhan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Akkaadaamiin Baabbogaayyaa miseensota Humna Galaanaa leenjisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Maaritaayimii Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaatti Akkaadaamiin Baabbogaayyaa miseensota Humna Galaanaa leenjisaa ture eebbisiiseera.…