Mootummaan Naannicha humnoota hidhataniif waamicha taasise
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)-Mootummaan Naannoo Amaaraa hidhatoonni naannicha keessa socho’aan guyyoota torba keessatti karaa nagaan mootummaatti akka harka kennatan waamicha dhiyeesse.…