Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti, karoorri bara baajataa 2016 dhiyaatee kan…