Oduu biyya keessaa Ministeerri Qonnaa tarsiimoowwan 3 ifoomse Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Ministeerri Qonnaa tarsiimoowwan haaraa 3 ifoomseera. Tarsiimoo nageenyaa fi qulqullina nyaataa, bulchiinsa oomishaa duraa fi sirna nyaataa ifoomsuu…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota Muummee garaagaraan barsiisaa ture 778 eebbisise Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota Muummee garaagaraan barsiisaa ture 778 eebbisiseera. Yuunivarsiitichi har’a barattoota 26 digrii 3ffaan ,…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisan Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru. Aadde Adaanach…
Fayyaa Qabiyyee fi Faayidaa Killee Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Killeen nyaata qabiyyee nyaataa hedduu of keessaa qabuu fi baayyee fayyaaf gaarii ta’an keessaa isa tokkoodha. Qabiyyee Killeen…
Ispoortii Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan har’aa eegaluun taphatamu Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan tapha har’a Niwuukaastiil Tootenhaam waliin taasiisuun eegalama. Har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroot 4ffaan har’a haala hoo’aa ta’een xumurama Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan har’a bifa hoo’aa ta’een xumurama. Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Lammiilee Itiyoophiyaa Siwiizarlaand jiraatan waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen lammiilee Itiyoophiyaa Siwiizarlandii jiraatan waliin mari’ataniiru. Pireezidaant Saahilawarq Fooramii tumsa…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfiin garee fiinxaaleyyiirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Humni Waloo beeksise Debela Tadesse Apr 12, 2024 0 Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Tarkaanfiin garee fiinxaaleyyiirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Humnii Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa beeksise. Humnichi waloo ibsa…
Oduu biyya keessaa Saamicha qabeenyaa Birrii biiliyoona 1.3’tti tilmaamamu baraaruun danda’ameera-KNFMF Debela Tadesse Apr 12, 2024 0 Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 9’n darbanitti saamicha qabeenyaa Birrii biiliyoona 1.3’tti tilmaamamu baraaruun akka danda’ame Koomiishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa…
Oduu biyya keessaa Iddooleen rakkoo nageenyaa keessaa turan sodaa keessaa ba’uun fuula isaanii gara misoomaatti… Sifen Megersa Apr 12, 2024 0 Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Iddooleen rakkoo nageenyaa keessaa turan sodaa keessaa ba’uun fuula isaanii gara misoomaatti deebisuu Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo…