Loltoonni duraanii miidhaa waraanaa hubachuun nageenya itichuuf adda duree akka ta’an gaafatame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2016 (FBC)- Waraanni darbe miidha geessise hubachuun loltoonni duraanii nageenya biyyaa ittichuuf adda duree ta’anii argamuu akka qaban Koomishinarri Koomishinii…