Luuziyaanaatti hurrii cimaa mudateen Konkolaattoonni 150 ol walitti bu’an
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Ameerikaa kutaa Kibba Bulchiinsa Luuziyaanaatti sababa Hurrii cimaan daandii uwwiseen balaan Tiraafikaa hedduun daqiiqawwan keessatti mudachuu…