Finfinneetti balaa ibiddaa mudateen qabeenyaarra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) - Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqqii Qaallittii Aanaa 9'tti balaa ibiddaa mudateen qabeenyaarra miidhaan qaqqabuu Koomiishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi…