Itiyoophiyaan hariiroo Gamtaa Awurooppaa waliin qabduuf xiyyeeffannoo addaa kenniti – Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan hariiroo Gamtaa Awurooppaa waliin qabduuf xiyyeeffannoo addaa kan kennitu ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa…