Paartiin Badhaadhinaa Milkaa’ina marii biyyaalessaaf deeggarsa taasisuu akka itti fufu ibse
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa milkaa’ina marii biyyaalessaaf deeggarsa taasisu cimsee akka itti fufu Dursaan Ittaanaa Pireezidaantii Paartichaa Obbo Adam Faarah…