Ayyaanota addaabaabayii bakka hawwata tuuristootaa taasisuun itti fayyadamuu qabna jedhame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Mana waloo kan taate Magaalaa Finfinneetti ayyaanota addabaabaayii kabajaman bakka hawwata tuuristootaa taasisuun guddina dabalataaf akka gumaachu…