Oduu biyya keessaa Jijjiiraan baraa Saba Yem ‘Heeboo’n kabajamaa jira Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Jijjiirraan baraa Saba Yem ‘Heeboo’n Magaalaa Saajaatti kabajamaa jira. Sirna kabaja ayyaanichaarratti Naannoo Itiyoophiyaa Gidgaleessattii sagantaan…
Idil Addunyaa Gamtaan Awurooppaa deeggarsa waraanaa Yuuroo Biiliyoona 5.4 Yuukireeniif taasisuuf waadaa gale Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa deeggarsa waraanaa Yuuroo Biliyoona 5.4 Yuukireeniif taasisuuf waadaa galuun ibsame. Gamtaan biyyootaa 27 Raashiyaa injifachuuf…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Miseensota Koomishinii Marii Biyyaalessaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad miseensota Koomishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru. Koomishiniin Marii…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen deeggarsa waaraa daa’imman 100’f taasisuuf mallatteeffame Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Mata duree “Maatiin tokko daa’imma tokkoof” jedhuun Waliigalteen deeggarsa waaraa daa’imman 100’f taasisuuf dandeessisuu mallateeffameera.…
Oduu biyya keessaa Walga’iin ministiroota Inisheetiivii Gaanfa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Walga’iin ministirootaa Inisheetiivii Gaanfa Afrikaa har’a Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Walga’ii 18ffaa inisheetiivichaarraatti Ministirri…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Haleellaa shororkeessummaa Turkitti mudate balaaleffatte Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Haleellaa shororkeessummaa Ministeera Dhimma Biyya keessaa Ankaaraa Turkitti mudate Ministeerri Dhimmaa Alaa Itiyoophiyaa balaaleffateera.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Gamtaa Teelekoom Idila Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Sadarkaa Aardiitti Yaa’iin Gamtaa Teelekoom Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’ichi, mata duree “Ce’umsa dijitaalaa egeree waaraa fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Komishinaraa Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Juutaa Urpilaynan waliin mari’ataniiru.…
Idil Addunyaa Paakistaanitti shakkamtoonni kalee namoota guurratan to’ataman Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Poolisiin Kaaba Baha Paakistaan shakkamtoota qaama namaa saamaanii daldalan 8 to'achuu beeksiseera. Hogganaan Gartuu Saamtotaa Qaama Namaa Fawaad…
Ispoortii Dorgommii Fiigicha daandiirraa Riigaarratti Atileetota hirmaataniif sagantaan beekamtii fi badhaasaa… Debela Tadesse Oct 3, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Laatiiviyaa Riigaatti garee Atileetiksii Itiyoophiyaa dorgommii Fiigicha Daandiirratti hirmaataniif sagantaan beekamtii fi badhaasaa gaggeeffameera.…